KOORSIILLEE 6 BAKKA TOKKOTTI
2. Macaafa Kakuu Haaraa
2.1. Wangeelota (4)
a. Wangeela Matiyoos
b. Wangeela Maariqoos
c. Wangeela Luqaas d.
Wangeela Yohaannis
2.2. Kitaaba Seenaa (1) innis: Hojii Ergamootaa
2.3. Ergaa Ergamootaa (21)
a. Ergaa gara Warra Roomaa
b. Ergaa gara Warra Qorontoos isa jalqabaa
c. Ergaa gara Warra Qorontoos isa Lammaffaa
d. Ergaa gara Warra Galaatiyaa
e. Ergaa gara Warra Efeesoon
f. Ergaa gara Warra Filiphiisiyuus
g. Ergaa gara Warra Qolaasaayis
h. Ergaa gara Warra Teselonqee isa Duraa
i. Ergaa gara Warra Teselonqee isa Lammataa
j. Ergaa gara Ximootewoos isa Duraa
k. Ergaa gara Ximootewoos isa Lammataa
l. Ergaa gara Tiitoo
m. Ergaa gara Filimoonaa
n. Ergaa gara Warra Ibirootaa
o. Ergaa Pheexiroos isa Duraa
p. Ergaa Pheexiroos isa Lammataa
q. Ergaa Yaa‟iqoob
r. Ergaa Yohaannis isa Duraa
s. Ergaa Yohaannis isa Lammataa
t. Ergaa Yohaannis isa Sadaffaa
u. Ergaa Yihudaa
2.4. Macaafa Raajii
a. Mul‟ata Yohaannis
2.5 Baraa fi Barreessaa Kitaabota Macaafa Qulqulluu
Ragaalee adda addaa irratti hundaa‟uudhaan kitaabota Macaafa Qulqulluutiif barreessaan isaaniitiif barri isaan itti barraa‟an ibsamuuf yaalamee jira. Haa ta‟uu male kitaabilee tokko tokkoof iddoo ragaan quubsaan hin jirretti “ hin beekamu” jedhamee kaa‟ameera. Kanas haala gabatee armaan gadiitiin ilaaluun ni danda‟ama.
Lakk. |
Maqaa Macaafaa |
Nama Barreesse |
Bara Itti Barraa'e |
|---|---|---|---|
| 1 | Macaafa Seera Uumamaa | Muusee | 1450-1410 |
| 2 | Macaafa Seera Ba’uu | Muusee | 1450-1410 |
| 3 | Macaafa Seera Leewwotaa | Muusee | 1450-1410 |
| 4 | Macaafa Seera Lakkoofsaa | Muusee | 1450-1410 |
| 5 | Macaafa Seera Keessa Deebii | Muusee | 1450 |
| 6 | Macaafa Iyaasuu | Iyaasuu | 1400-1370 | 7 | Macaafa Abboota Firdii | Hin Beekamu | 1050-1000 | 8 | Macaafa Ruuti | Hin beekamu | 1000 | 9 | Macaafa Saamu’eel Isa Duraa | Saamu'eelii fi kanneen biroo | 930 | 10 | Macaafa Saamu’eel Isa Lammaffa | Saamu'eelii fi kanneen biroo | 930 | 11 | Macaafa Moototaa Isa Duraa | Ermiyaas | 550 | 12 | Macaafa Moototaa Isa Lammataa | Ermiyaas | 550 | 13 | Macaafa Seenaa Baraa Isa Duraa | Izraa | 450-425 | 14 | Macaafa Seenaa Baraa Isa Lammataa | Izraa | 450-425 | 15 | Macaafa Izraa | Izraa | 450-444 | 16 | Macaafa Nehemiyaa | Nehemiyaa | 445-425 | 17 | Macaafa Asteer | Hin Beekamu | 465 | 18 | Macaafa Iyoob | Hin Beekamu | Hin Beekamu | 19 | Macaafa Faarfannaa | Daawitii fi kanneen biroo | Yeroo garagaraatti | 20 | Macaafa Lallabaa | solomoon | 935 | 21 | Macaafa Fakkeenyaa | Solomoonii fi kanneen biroo | 935 | 22 | Macaafa Weedduu Weedduu Caalu | solomoon | 965 | 23 | Macaafa Raajicha Isaayaas | Isaayaas | 740-680 | 24 | Macaafa Raajicha Ermiyaas | Ermiyaas | 627-585 | 25 | Macaafa Raajicha Hisqi’eel | Hisqi'eel | 592-570 | 26 | Macaafa Raajicha Daani’eel | Daani’eel | 537 | 27 | Macaafa Faaruu Ermiyaas | Ermiyaas | 586-585 | 28 | Macaafa Raajicha Hoose’i | Hoose’i | 710 | 29 | Macaafa Raajicha Iyu’eel | Iyu’eel | 835 | 30 | Macaafa Raajicha Amoos | Amoos | 755 | 31 | Macaafa Raajicha Obaadiyaa | Obaadiyaa | 841 yookiin 586 | 32 | Macaafa Raajicha Yoonaas | Yoonaas | 760 | 33 | Macaafa Raajicha Mikiyaas | Mikiyaas | 700 | 34 | Macaafa Raajicha Naahoom | Naahoom | 663-612 | 35 | Macaafa Raajicha Imbaaqoom | Imbaaqoom | 450-444 | 36 | Macaafa Raajicha Sefaaniyaa | Sefaaniyaa | 625 | 37 | Macaafa Raajicha Haagee | Haagee | 520 | 38 | Macaafa Raajicha Zakkaariyaas | Zakkaariyaas | 520-518 | 39 | Macaafa Raajicha Milkiyaas | Milkiyaas | 450-400 |
Kitaaboota Kakuu Haaraa
Barreessaa Fi Bara Macaafota Kakuu Moofaa( Dh.K,B)
Lakk |
Maqaa Macaafaa |
Nama Barreesse |
Bara Itti Barraa'e |
|---|---|---|---|
| 1 | Wangeela Matiyoos | Maatiyoos | 60-80 |
| 2 | Wangeela Maariqoos | Maariqoos | 50-60 |
| 3 | Wangeela Luqaas | Luqaas | 60 |
| 4 | Wangeela Yohaannis | Yohaannis | 85-90 |
| 5 | Hojii Ergamootaai | Luqaas | 60 |
| 6 | Ergaa Gara Warra Roomaa | Phaawuloos | 57-58 | 7 | Ergaa Gara Warra Qorontoos Isa Jalqabaa | Phaawuloos | 55 | 8 | Ergaa Gara Warra Qorontoos Isa Lammaffaa | Phaawuloos | 56 | 9 | Ergaa Gara Warra Galaatiyaa | Phaawuloos | 49-55 | 10 | Ergaa Gara Warra Efeesoo | Phaawuloos | 61 | 11 | Ergaa Gara Warra Filiphiisiyuus | Phaawuloos | 63 | 12 | Ergaa Gara Warra Qolaasaayis | Phaawuloos | 61 | 13 | Ergaa Gara Warra Teselonqee Isa Duraa | Phaawuloos | 51 | 14 | Ergaa Gara Warra Teselonqee Isa Lammataa | Phaawuloos | 51 | 15 | Ergaa Gara Ximootewoos Isa Duraa | Phaawuloos | 63-66 | 16 | Ergaa Gara Ximootewoos Isa Lammataa | Phaawuloos | 67 | 17 | Ergaa Gara Tiitoo | Phaawuloos | 63-66 | 18 | Ergaa Gara Filimoonaa | Phaawuloos | 63 | 19 | Ergaa Gara Warra Ibirootaa | Hin Beekamu | 64-68 | 20 | Ergaa Pheexiroos Isa Duraa | Pheexiroos | 63-64 | 21 | Ergaa Pheexiroos Isa Lammataa | Pheexiroos | 66 | 22 | Ergaa Yaa’iqoob | Yaa'iqoob | 45-50 | 23 | Ergaa Yohaannis Isa Duraa | Yohaannis | 90-91 | 24 | Ergaa Yohaannis Isa Lammataa | Yohaannis | 91-92 | 25 | Ergaa Yohaannis Isa Sadaffaa | Yohaannis | 92-93 | 26 | Ergaa Yihudaa | Yihudaa | 70-80 | 27 | Mul’ata Yohaannis | Yohaannis | 96-100 |
Continue Reding